JOA

ACADEMY

Jemal Online Academy

"Kaayyoon keenya qabxii barataa fooyyeessuu qofa osoo hin taane, yaad-qalbii barataa jijjiiramee arguudha!"

"Our mission is not just to improve grades, but to see a transformed student mindset!"

Hundeessaa / Founder

Jemal Nasiro

Jemal Nasiro

Hundeessaa fi Barsiisaa / Founder & Educator

Barnoota bilisaa qulqullina qabu dhaloota boruutiif dhiyeessina.
(Providing free quality education for the next generation.)

Kaayyoo fi Galma / Mission & Vision

Kaayyoo / Mission

Barnoota bifa salphaa fi ifa ta’een barataa hunda biraan ga’uu, akkasumas barataan dandeettii ofitti amanamummaa isaa akka ijaarratu gargaaruu.

To reach every student with simple and clear education, and help them build self-confidence.

Galma / Vision

Dhaloota beekumsaan qaramee fi jireenya isaa jijjiiruu danda’u uumuun, hawaasa barate ijaaruu dha.

To build an educated society by creating a generation sharpened with knowledge that can change their lives.

Kutaalee Barnootaa / Grades & Classes

Nu Quunnamuuf / Contact Us

Bilbila / Call

0912077322

Call Now

WhatsApp

0925832288

Message

Email

jemalnasiro2026@gmail.com

Email

Telegram

@J_MELonline

Join

Website

jemalonlineacademy.com.et

Visit

Website

jemalnasiro.wixsite.com

Visit